Hurraa nyaataa maaliif walitti qabna?
Hafteewwan nyaataa ulfaatinaan kosii gara 20% kan kaawuntiiwwan Ramsey fi Washington keessatti walitti qabamanii ta’a. Food Scraps Pickup Program hafteewwan nyaataa walitti qabaman gara balfa osoo hin taane gara biyyeetti deebisee jijjiira.